Posts

Showing posts from September, 2021

Antooniyoo Guteereez Itoophiyaan qondaaltota UN ari’uusheetti 'rifachuu 'himan’

Image
  30 Fuulbaana 2021, 18:05 EAT Haaromsameera Sa'aatii 2 dura MADDA SUURAA,  GETTY IMAGES Barreessaan Ol-aanaa Mootummoota Gamtomanii (UN) Antooniyoo Guteereez, ''Itoophiyaan qondaaltota Dhaabbatichaa biyyaa ari'uu dhagahu kiyyatti naasuu guddaan natti dhaga'ame,'' jechuun ibsan. Antooniyoo Guteereez oduun Itoophiyaan qondaaltota gargaarsa namoomaa ol-aanoo dabalatee hojjattoota UN torba biyyattii keessaa sa'atii 72 keessatti akka ba'aniif ajajje jedhameen naasuun itti dhaga'amuu ibsa Kamisa galgala baasaniin himan. Barreessaa ol-aanaan kun ibsa isaaniitiin, hojiiwwan namoomaa UN hundumtuu ulaagaalee namoomaa, walabummaa, loogii maleessaafi madaalawaan hojjatamu jedhan. ''Itoophiyaa keessatti, UN nyaataa, qoricha, bishaaniifi dhiyeessiiwwan qulqullinaa dabalatee namoota gargaarsi qaqqabuufiin barbaachisuuf deeggarsa lubbuu oolchuu taasisa. ''Hojjattoonni UN Itoophiyaa keessa hojjatanis kana akka hojjataa jiran amantaa guutuun qaba,...

Shakiira: Bineensi karkarroo jedhamu lama weellistuu beekamtuu Kolombiyaa taate Shakiiraa haleelan

Image
  Shakiira: Bineensi karkarroo jedhamu lama weellistuu beekamtuu Kolombiyaa taate Shakiiraa haleelan Sa'aatii 6 dura MADDA SUURAA,  GETTY IMAGES Ibsa waa'ee suuraa,  Shakiiraa [ 2020 kan kaate] osoo paarkii Ispeen, Baarseloonaa keessa deemtuu bineensotni dhaanan Weellistuu beekamtuu Kolombiyaa fi haati warraa taphataa Baarseloonaa Jeeraard Piiqee, Shakiiraan mucaa ishee waggaa saddetii waliin osoo paarkii magaalaa Baarseloonaa keessa deemtuu karkarroodhaan dhaanamte. Shakiiraan akka jettutti bineensotni kunneen ishee dhaanuun borsaa harka ishee fudhatanii bosona galan. Waan ishee mudate kana gaafa Roobii fuula Inistaagiraamii ishee irratti qoodde. Borsaa irratti tarsaasan garuu amma sirresiteettu gara kaameeraatti qabdee akkas jette.. Ilaalaa akkatti bineensoni boor [karkarroo] jedhaman paarkii keessatti na dhaanuun borsaa koo kan godhan,'' jette. Borsaakoo moobaayila keessa jiru waliin fudhatanii bosona galan,'' jette weellistuun kun. ''Waan hundumaa ba...

EXCLUSIVE Afghan central bank drained dollar stockpile before Kabul fell - document

Image
The Afghan central bank ran down most of its U.S. dollar cash reserves in the weeks before the Taliban took control of the country, according to an assessment prepared for Afghanistan's international donors, exacerbating the current economic crisis. The confidential, two-page brief, written early this month by senior international economic officials for institutions including the World Bank and International Monetary Fund, said the country's severe cash shortage began before the Taliban took control of Kabul. It criticised how the central bank's former leadership handled the crisis in the months before the Taliban's conquest, including decisions to auction unusually large amounts of U.S. dollars and move money from Kabul to provincial branches. "FX (foreign exchange) reserves in CB's (central bank) vaults in Kabul have depleted, the CB cannot meet ... cash requests," the report, seen by Reuters, said "The biggest source of the problem is the mismanage...

YouTube blocks all anti-vaccine content

  https://www.reuters.com/technology/youtube-blocks-all-anti-vaccine-content-2021-09-29/?fbclid=IwAR0JBskOnVPJuuCJgzbT09AGj9-wRDylXcFs_W0nPVJAadZh9ZAbPUekh_I

China’s Vaccine Push Falters as Nations Switch to mRNA Shots

Image
  By   Iain Marlow   and   Randy Thanthong-Knight September 29, 2021, 5:00 PM EDT Sinovac was the first shot to reach many poorer countries Places across Asia, Middle East are now choosing mRNA doses In the early days of the Covid-19 vaccine rollout, Chinese shots saved countless lives. They kick-started inoculation programs across Asia, Latin America and the Middle East, while  richer countries hoarded  scarce mRNA shots from  Pfizer Inc.  and  Moderna Inc. But many governments that once relied on vaccines from  Sinovac Biotech Ltd.  or  Sinopharm Group Co Ltd.  are now turning to options from the U.S. and Europe instead, as concerns mount about Chinese vaccines’ efficacy against the delta strain and the Western stranglehold on mRNA supplies grows looser. That preference may already be showing up in China’s customs data, where exports of human vaccines dropped 21% in August to $1.96 billion from $2.48 billion in July, aft...

Sky usescookies to creat a better experience fyyou

Image
  Sky uses cookies to create a better experience for you The Sky News App requires your consent for Sky and our trusted  partners  to store and access cookies, unique identifiers, personal data, and information on your browsing behaviour on this device. This applies to The Sky News App only. You can change your preferences at any time in “Privacy Options”, located in the app menu. You don’t have to accept, but some personalised content and advertising may not work if you don’t. If you have previously rejected tracking at device level (such as in iOS14 Apple App Tracking Transparency settings), clicking Accept means that we will store and access cookies and information on your device as described below, but your activity will not be tracked across other apps and websites. Our partners use your data for: Store and/or access information on a device Personalised ads and content, ad and content measurement, audience insights and product development Precise geolocation data, an...

Uk government

 https://reut.rs/3icj3pR?fbclid=IwAR2VZNmuIL7AwG6aDZjTmUThqdDEXg40Q36h7MQfv0AxC-UdJppVuJaEBhs
Image
  Weellisaan R Keelii seeraan ala hojii saalqunnamtiif namoota daddabarsuun yakkamaa ta’uunsaa mirkanaa’e Sa'aatii 3 dura MADDA SUURAA,  GETTY IMAGES Ibsa waa'ee suuraa,  Waxabajjii 2019tti yeroo R Keeliin gara mana murtii seenu Weellisaan Ameerikaa R Keelii beekamtii isaa fayyadamuun waggoota digdamaaf haleellaa saalaa dubartootaa fi daa’imman irratti gaggeessaa turuun isaa mirkanaa’e. Dhaddacha torbanoota ja’aaf gaggeeffame irratti namootni isa himatan 11, dubartoota sagaliifi dhirooti lama, haleellaa fi qaneeffamuu saalaa irra ga’e dubbataniiru. Gareen gumii miseensoota hawasaa (jury) guyyaa lamaaf erga mar’atanii booda, himata irratti dhiyaate hundaan yakkamaa ta’uu isaa mirkaneessaniiru.  Caamsaa 4 irratti murtoon adabbii kan irratti dabru yoo ta’u, hidhaa umurii guutuun adabamuu danda’a jedhameera. Weellisaan maqaan isaa guutuu Roobart Silvestar Keelii ta’e kun, gartuu hamoo kan dubartootaa fi daa’immaan kiyyeessuun akka inni haleellaa saalaa irrattti gaggeessu...